Jump to content

attempt

Wiktionary irraa

Ingiliffaa

[gulaali]

Gochima

[gulaali]

Gochima Afaan Ingiliffaa

  1. yaaluu, carraaquu ===Cibra===

maqaa yookaan cibra

  1. yaali, carraaqqii ===Cibra===

maqaa yookaan cibra

  1. (Seera) * yaalii, Namni kamiyyuu itti yaadee yakka raawwachuuf jalqabee gocha yakkichaa hanga dhumaatti kan hinhordofne yookiin hordofuuf kan hindandeenye yoo ta'e yookiin gochi yakkichaa akka raawwatamu hanga dhumaatti hordofuun bu'aa barbaadame argachuu yoo baates gocha yakkicha raawwachuu yaaluu isaa qofaan balleessaa ni ta'a. Yakkichi akka jalqabametti kan lakkaawamu gochi raawwatame haala hin shakkisiisneefi kallattiin gara galma yakkicha raawwachuuf yaadametti geessisuuf kan raawwatame yommuu ta'edha

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'