Jump to content

bitter

Wiktionary irraa

Ingiliffaa

[gulaali]

Maqibsa

[gulaali]

Ibsa maqaa Afaan Ingiliffaa

  1. hadhaa'aa, hadhooftuu ===Cibra===

maqaa yookaan cibra

  1. (Seenaa) * hadhaawaa, miira aarii sababa qabiinsa ta'uu hin malleen ykn haala gadhee nama mudatuun namatti dhagahamu dha. Bulchiinsa abbaa irree jalatti jirenyii fi qabiinsi miseensota paartii morkattootaa hadhaawaa dha

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'