Jump to content

conjunction

Wiktionary irraa

Ingiliffaa

[gulaali]

Cibra

[gulaali]

maqaa yookaan cibra

  1. waliingaa, maqduree ===Cibra===

maqaa yookaan cibra

  1. (Herreega) * hidhaa, himamoonni lamaa walqabsiiftuu 'fi' jedhuun walqabatanii himama haarawa yoo uuman himamni uumame kun hidhaa loojikii jedhama. Mallattoo: yoo yoo p fi q himamoota yoo ta'an hidhaa isaaniin uumamu p ^ q jennee barreessina yoo dubbifnuu p fi q jenna.

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'