Jump to content

crop

Wiktionary irraa

Ingiliffaa

[gulaali]

Cibra

[gulaali]

maqaa yookaan cibra

  1. midhaan, sabsiiba ===Cibra===

maqaa yookaan cibra

  1. (Ji’oogiraafii) * midhaan, biqiloota akka boqqollo, xaafii, mishingaa fi kkf kan nyaata dhala namaatiif oolan ===Gochima===

Gochima Afaan Ingiliffaa

  1. (Kompiyuutara) * soofuu, fakkii ykn wantoota iskiriinii irraa kaafaman ykn fudhataman dheerinaa fi bali'na isaa hanga barbaadamuun xiqqeessu fi guddisu. Fkn: Suuraa hiryoota ofii soofanii guddisuu.

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'