mala
Appearance
Oromoo
[gulaali]Afaaneffannoo
[gulaali]Cibra
[gulaali]- akkaataa rakkina ittiin hiikan, bilaata.
- Fakkeenya ° ("Malaan bishaan waadu").
Latii Jechootaa
[gulaali]Dhalatoo jecha mala jedhuu
| Case | Form |
|---|---|
| Absolutive | mala |
| Nominative | malli |
| Nominative + Focus | malatu |
| Accusative | mala |
| Genitive | malaa |
| Genitive + Focus | malaatu |
| Instrumental | malaan |
| Instrumental (ext) | malaatiin |
| Dative | malaaf |
| Dative (ext) | malaatiif |
| Allative | malatti |
| Genitive-Allative | malaatti |
| Vocative | yaa malaa |